Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 16:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Innillee zayitii ottee dhibbaatitu narra jira jedheen. Galmee hoo'uu dafii taa'ii shantama jedhii mallatteessi jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 «Inni'llee, ‹zayiitii waabaa dhibbaa tittu liqaan narra jira› jedhe, namichi sooru'llee, ‹woliigalteen mallateessite kunoot, dafii taa'iitii waabaa shantama jedhii barreessi!› jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Innillee ‹sayitii ottee dhibbaatitu na irra jira› jedheen. ‹Galmee hoo'uu dafii taa'ii shantama jedhii mallatteessi› jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 16:6
7 Referans Kwoze  

Uduu hin mormineef hin hanne amanamummaa mishaa mara akka argisiisan isaan gorsi.


Birrii nama biraatiin yoo hin amanamne, birrii isiniif ta'u eentu isinii kenna ree?


Yesuus akkana isaaniin jedhe, kanaafuu qabeenna dharaa ka akkanaa ka adunyaa kanaatiin fira baafadhaa'a. Kana yoo gootan hennaa horiin sun isin jalaa dhumee harka duwwaa haftan, firri keessan jiruu bara baraa keessatti isin simatan.


Hennaa aduun dhiite, Abbaan maasaa woyinii sanii, ajajaa hojjattootaatiin, ‹Hojjattoota waamiitii, worra maayessa qaxarame irraa haga worra dura qaxarameetitti, mindaa isaanii kaffaliif.› jedheen.


Innillee worra liqaan goofta'aa irra jiru tokko tokkoon ufitti waamee, ka duraatiin, ‹Liqaan gooftaa kiyyaa hagamtu sirra jira?› jedhee isa gaafate.


Maayessa ka biraatiinillee, ‹Ati liqaa meeqatu sirra jira?› jedheen. Innillee, ‹Qamadii qalqala dhibba› jedheen. ‹Galmee kana hoo'uu qamadii qalqala saddeettama jedhii mallatteessi› jedheen.


Yihuudonni aadaa ufi qulqulleessu'uu waan qabaniif, gaanii dhaga'aa jaha achii qaban. Gaaniin martinuu waabaa lama yookiin sadi qabata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite