Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 16:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Hennaa hujii tooyatu keessaa baye akka namoonni na simatan anuu waan godhu hin beeka› jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 mee turi! waan raawwadhu ni beeka, hujii kiyya ka soortumma'aa irraa yeroo geegefamutti, waahellan mana isaanii titti ufitti ana fudhatan, akka qabaachuu danda'u ni taasisa› jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Hennaa hujii tooyatu keessaa baye akka namoonni na simatan anuu waan godhu hin beeka› jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 16:4
6 Referans Kwoze  

Ogummaan akkasii sun ka lafaati, ka fooniiti, ka seexanaati malee ka samii irraa dhufuu miti.


Hojjataan sunillee garaa ufii keessatti, ‹Gooftaan kiyya hujii keessaa waan na baasuuf maal naa woyya? Lafa qotu'uuf hunna hin qabu kadhachuullee hin saalfadha.


Innillee worra liqaan goofta'aa irra jiru tokko tokkoon ufitti waamee, ka duraatiin, ‹Liqaan gooftaa kiyyaa hagamtu sirra jira?› jedhee isa gaafate.


Yesuus akkana isaaniin jedhe, kanaafuu qabeenna dharaa ka akkanaa ka adunyaa kanaatiin fira baafadhaa'a. Kana yoo gootan hennaa horiin sun isin jalaa dhumee harka duwwaa haftan, firri keessan jiruu bara baraa keessatti isin simatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite