Wongeela Luqaas 16:2 - WAADAA LAMMATAA2 Dureessi sunillee isa waamee, ‹Wonti si irratti dhagayu kun maali? Duranaaf hojjataa kiyya ta'uu waan hin dandeenneef herrega hujii keetii naa dhiyeessi› jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Namichi dureessichi'llee namicha sooru waamisisee, ‹wonitti si irratti dhagayu kun maal'i? Ammaa achitti namicha sooru kiyya ta'u'uuf hin dandeetuutii, qabeenna kiyya ka namicha sooru maatii kiyyaa taate ittiin hojjata'aa turtte, herreega qabeenna kiyyaa naaf dhiyeessi!› jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Kanaafuu dureessi sun isa waamsisee, ‹Wonti kee ka ani si irratti dhagaya'aaru kun maali'i? Duranaaf hojjataa kiyya ta'uu ammaa achi waan hin dandeenneef galii herrega hujii keetii naa dhiyeessi› jedheen. Gade chapit la |