Wongeela Luqaas 16:1 - WAADAA LAMMATAA1 Yesuus deebi'ee darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Namicha dureessa nama hujii ufii hojjachiisuu malu tokkotu ture. Namichi kun qabeenna kee bittinneesa'aara jedhanii dureessa sanitti himan. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Dabalee'llee Yesus barattoota isaatiin akkana ni jedhe, «Naminni dureessi tokko nama mana isaa isaaf bulchu namicha sooru tokko qaba ture, namoonni, ‹namicha sooru kun qabeenna kee ni balleessa› jedhanii, namicha dureessaa irratti ni himataniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Yesuus deebi'ee darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Dureessi woyii hojjataa isaa hojjatu tokko qaba ture; Hojjataan kun qabeenna nama dureessaa san akka ofoolleessu oduun isa bira gaye. Gade chapit la |