Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 15:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Hennaa argite ammoo jaalalloo ufiitiif ollaa isi'ii waamtee, ‹Ani saantibii tiyya ta na jalaa badde waan argadheef na woliin gammadaa'a!› isaaniin jetti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Yeroo argattetti'llee waahellan isi'iitii fi olloota isi'ii bakka tokkotti waamittee, ‹meeta birri'ii ka ana jalaa bade argadheenii, gammadee jira, isin'llee anaan woliin gammadaa!› isaaniin jetti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Hennaa argite ammo jaalalloo ufiitii fi ollaa ufii waamtee, ‹Ani saantibii tiyya ta na jalaa badde waan argadheef na woliin gammadaa'a!› isaaniin jetti.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 15:9
4 Referans Kwoze  

Akka Gooftaan arjummaa ufii isi'ii guddise dhagayanii ollaanii fi firoonni isi'ii isii woliin gammadan.


Yesuus itti aansee, «Dubartiin birrii kudhanii qabdu takka kudhan san keessaa saantibiin tokko yoo jalaa badde, ifaa ibsitee, mana ufii hartee haga argitutti midhaassitee hin sondhe eennu?


Akkasuma cubbamaa aagii galu tokkoof sami'itti maleekkonni Rabbii hin gammadan.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite