Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 15:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Yesuus itti aansee, «Dubartiin birrii kudhanii qabdu takka kudhan san keessaa saantibiin tokko yoo jalaa badde, ifaa ibsitee, mana ufii hartee haga argitutti midhaassitee hin sondhe eennu?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Maalaqa birri'ii kudhanii dubarttiin qabddu, kudhan keessaa maalaqinni takka uduu jalaa badee ibissaa ibisitee, mana isi'ii harattee, maalaqa jalaa bade haga argatutti, ufi eegganna'aan hin barbaadduu ree?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Yesuus itti aansee akkana jedhe, «Dubartiin birrii kudhanii qabdu takka kudhan san keessaa saantibiin tokko yoo jalaa badde ifaa ibsitee, mana ufii hartee haga argitutti midhaassitee hin sondhe eennu?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 15:8
9 Referans Kwoze  

Ilmi Namaa worra bade soqee fayyisu'uuf dhufeera» jedheen.


Ani hoolota Gooruu kana keessaa hin taane, hoolota biraallee hin qaba. Isaanillee ammoo as fidutu na irra jira. Isaan laagaa kiyya hin dhagayan. Tika tokko ta'an, tisseenillee tokko.


Banii calla'aafii miti, haata'uu ammoo ijoollee Rabbii ta tamsaatellee akka wolitti qabuuf malee.


Dhufeeti isin worra Rabbiin irraa fagaattanii turtaniif nagaya, worra gara Rabbii dhiyattanii jirtaniifillee nagaya gammachuu jedhee lallabe.


Namoonni ifaa ibsanii, akka nama mana keessa jiru maraaf ifutti, waan ifaan irra kaayamu irra kaayan malee, gonbisoo jala hin kaayan.


Ani akkana isiniin jedha, akkasuma Woyyoota araarri isaan hin barbaachifne sagaltamii sagal irra cubbamaa aagii galu tokkoof sami'itti hin gammadan.»


Hennaa argite ammoo jaalalloo ufiitiif ollaa isi'ii waamtee, ‹Ani saantibii tiyya ta na jalaa badde waan argadheef na woliin gammadaa'a!› isaaniin jetti.


Worra asmaa kataban keessaa namoonni hedduu kitaabban wolitti qabanii nama maraa afo'otti guban. Gatiin isaa yoo bikkamu birrii kumaa shantamaa ta'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite