Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 15:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Hennaa gara mana ufii gale jaalalloo ufiitiif, olloota ufii waamee, ‹Hoolaa tiyya ta badde waan argeef na woliin gammadaa'a!› hin jedha.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Gara mana isaa yeroo gayetti'llee waahellan isaatii fi olloota isaa bakka tokkotti waamee, ‹hoolaa kiyya ka bade argadhee jiraatii, gammadee jiraa isin'llee ana woliin gammadaa!› isaaniin ni jedha.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Hennaa gara mana ufii gale jaalalloo ufiitii fi olloota ufii waamee, ‹Hoolaa tiyya ta badde waan argeef na woliin gammadaa'a!› jedha.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 15:6
19 Referans Kwoze  

Akkasuma cubbamaa aagii galu tokkoof sami'itti maleekkonni Rabbii hin gammadan.»


Ilmi kiyya kun du'ee ture, Amma ammoo hin jira, badee ture amma ammoo argameera› jedhe. Isaanillee hin gammadan.


Isin akka hoolota karaa irraa baddee taatanii turtan. Amma ammoo gara tisse'eef eedduu lubbuu teessanii deebitaniirtan.


Innillee achi dhaqee badhaadhummaa Rabbii haga arge hin gammade; marti isaaniituu fedha garaa isaaniitiin Goofta'aan jabaatanii akka jiraatan gorse.


Haata'uu ammoo ciincaa amantii keessaniitiif tajaajila keessanitti eda'amee, uduu lubbuun tiyyallee baatee hin gammada. Isin woliinillee gammadeera.


Woldeenni kiristaanaa karaa irratti isaan gargaara'aa isaanillee akka worri Yihuudii hin taane gara Rabbii deebi'an isaanitti hima'aati Finiqe'ee fi Samaariyaa keessa lufan obboleewwan maruu guddisanii gammadan.


Waan ani isin ajaje maraa uduu gootanii isin jaalalloota tiyya.


Ka idaayyittiin jette inni Idaayya'a. Jaalli dhaabatee dhagayu ammoo laagaa Idaayyichaatitti guddisee gammada. Eeganaa gammachuun kiyya raawwatame.


Ani akkana isiniin jedha, akkasuma Woyyoota araarri isaan hin barbaachifne sagaltamii sagal irra cubbamaa aagii galu tokkoof sami'itti hin gammadan.»


Isin duraan banii isaatii miti, amma ammoo banii Rabbii taataniirtan. Isin duraan worra araara argatee miti, amma ammoo araara argattaniirtan.


Abdiin keenna, gammachuun keennaa fi Kallachi ulfinna keennaa eennu? gaafa Gooftaan keenna Yesuus dhufu, isa afoo dhaabanne worri ittiin boonnu isin malee eennu?


Kanaafuu worri ani yaaduu fi jaaladhu badhaasaa fi gammachu'uuf kallacha kiyya worri taatan, obboleeyyan tiyya! Akkasuma Goofta'aan dhaabadhaa'a.


Akka Gooftaan arjummaa ufii isi'ii guddise dhagayanii ollaanii fi firoonni isi'ii isii woliin gammadan.


Hennaa arge ammoo gammadee gurmu'uti baadhata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite