Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 15:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Hennaa arge ammoo gammadee gurmu'uti baadhata.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Yeroo argatetti'llee gammadee gurmmuu isaa titti baateeniiti, deebisee ni fidaan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Hennaa arge ammo gammadee gurmu'utti baadhata.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 15:5
31 Referans Kwoze  

Yesuus ammoo, «Innillee ilma Abrahaamii waan ta'eef, adha mana kanaaf fayyinni ta'eera.


Yesuus deebisee, «Dhugamaan siin jedha, adha na woliin jeennata galta» jedheen.


Haata'uu ammo obboleessi kee kun du'ee ture; amma ammoo jiraataa ta'eera; badee waan argameef, guddifnee gammanna› jedheen.»


Oduun Nagayaa ka isinii lallabne hunnaa fi Ayyaana Woyyu'uun hubbannaa hedduun malee, dubbii calla'aan gara keessan waan hin dhufneef, isin biratti waan keessaniif attamitti akka jiraanne hin beettan.


Akka hujii hunna isaatii fi akka Ayyaana Rabbii ka naa kennameetitti hojjataa isaa ka Oduu Nagayaa himu ta'eef.


Nu uumama isaa waan taaneef, Rabbi firrisee hujii mishaa inni qopheesse akka hojjannuuf karaa Yesuus Kiristoosiitiin uumamne.


Akka gammachuun kiyya isin keessa taa'u gammachuun keessanillee akka raawwatamu kana isinitti himeera.


«Isin keessaa namni hoolota dhibbaa qabu tokko, sanniin keessaa hoolaan tokko yoo jalaa bade, sagaltamii sagal raasa'atti dhiisee ka isa jalaa bade san haga arguuf barbaadu'uuf ka hin deemne eennu?


Hennaa gara mana ufii gale jaalalloo ufiitiif, olloota ufii waamee, ‹Hoolaa tiyya ta badde waan argeef na woliin gammadaa'a!› hin jedha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite