Wongeela Luqaas 15:4 - WAADAA LAMMATAA4 «Isin keessaa namni hoolota dhibbaa qabu tokko, sanniin keessaa hoolaan tokko yoo jalaa bade, sagaltamii sagal raasa'atti dhiisee ka isa jalaa bade san haga arguuf barbaadu'uuf ka hin deemne eennu? Gade chapit laWaadaa Haarawa4 «Isin keessaa hoolota dhibbaa naminni qabu, dhibba keessaa tokko jalaa yoo badee sagaltamii sagilanuu bosonatti dhiisee haga ka bade argatutti, soqu'uuf ka hin deeminne eenu? Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 «Isin keessaa namni hoolota dhibbaa qabu tokko sanniin keessaa hoolaan tokko yoo jalaa bade sagaltamii sagal raasa'atti dhiisee ka isa jalaa bade san haga arguuf barbaadu'uuf ka hin deemne eennu? Gade chapit la |