Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 15:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Yesuusillee mammaakaan akkana jedhee isaanitti hime.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Kanaaf Yesus fakkeenna kana akkana jechu'uun isaanitti ni hime,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Yesuus mammaakaan akkana jedhee isaanitti hime.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 15:3
9 Referans Kwoze  

Fariisonninii fi Barsiisonni Seera Muuse'ee, Kun cubbamoota simata, isaan woliin nyaata jedhanii itti guunguman.


«Isin keessaa namni hoolota dhibbaa qabu tokko, sanniin keessaa hoolaan tokko yoo jalaa bade, sagaltamii sagal raasa'atti dhiisee ka isa jalaa bade san haga arguuf barbaadu'uuf ka hin deemne eennu?


Haata'uu ammoo dhaqa'aatii barreeffama araaraa barbaadaa malee, ciinca'aa miti dubbii jedhu hiikkaan maal akka ta'e baradhaa'a. Ani Cubbamoota gara araaraa waamu'uuf dhufe malee, qajeellota waamu'uufii miti» isaaniin jedhe.


Kanaa mannaa, gara worra akka hoolotaa karaa irraa badanii mana Israa'eelii dhaqaa'a! jedhe.


Akkana jedheeti mammaakaan waan hedduu isaanitti himuu jalqabe, «Caqasaa'a! Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye.


Ammallee lammaffaa, «Ilma Yoona'aa Simoon, na jaalattaa?» jedheen. «Ee Gooftaa akka si jaaladhu atuu hin beetta» jedheen. «Korbeeyyii tiyya eegi» jedheen.


Isaanillee hennaa dhagayan Rabbiin galatoonfatanii akkana isaan jedhan; Obboleessa keenna, Yihuudota jiddu'utti amananiiran ka laakkofsa hin qabne, meeqa akka ta'an arga'aartaa isaan maruu worra seeraaf hinaafan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite