Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 15:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Isaan keessaa maandhichi abba'aan ‹Abbaa kiyya, birrii kee keessaa qooda kiyya naa kenni› jedheen, innillee birrii ufii isaanii qoode.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Maandhichi'llee abbaa isaatiin, ‹abbaa, qabeenna kee keessaa qoodii gayaa kiyya naaf kenni!› jedheen. Kanaaf abbaan'llee qabeenna isaa ijoollee lamaaniif addaan ni qoode.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Isaan keessaa maandhichi abba'aan ‹Abbaa kiyya! birrii kee keessaa qooda kiyya naa kenni› jedheen; inni birrii ufii isaanii qoode.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 15:12
7 Referans Kwoze  

Worri kuuwwan qabeenna guddaa qaban irraa waan hafe mi'a kennaa itti guuran keessa buusan; Isiin hiyyeettiin waan qabdu ka ittin jiraattu maraa achi keessa buufte» isaaniin jedhe.


Haata'uu ammoo ilmi kee ka birrii ufii beera seebartuu woliin nyaatee fixee hennaa dhufe mirgoo coomaa qalteef jedheen.


Yesuus akkana jedhe, Namichi tokko ijoollee lama qaba.


Guyyaa hago'oon maayessa ilmi maandha'aa sun birrii wolitti qabatee gara biyya fago'oo deeme. Achiin maayessa birrii san hin fixe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite