Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 15:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Gaaf tokko qaraxxoonninii fi cubbamoonni maruu Yesuusiin dhagayu'uuf gara isaa dhufan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Qaraachota fi cubbamoonni marrinuu barsiisa isaa dhagayu'uuf wol ni gayanii, gara Yesusii dhufanii jiran turan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Gaaf tokko qaraxxoonninii fi cubbamtoonni maruu Yesuusiin dhagayu'uuf gara isaa dhufan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 15:1
9 Referans Kwoze  

«Cubbamtoota fayyisu'uuf Yesuus Kiristoos gara biyya lafaa dhufe» dubbiin jedhu amanama'aa fi ka martinuu fudhatuu barbaachisu. Cubbamtoota keessaa ijoon ana.


Dhufuu seeraatiin balleessaan baay'ate, Haata'uu ammoo cubbuu baay'ateef cubbuun du'a irratti akkuma mooye, akkasuma ammoo, sababaa badhaadhummaa Gooftaa Yesuusiitiin, sababa qajeellummaatiif jireenna bara baraatiin akka mooyuuf badhaadhinni maraa caale.


Baniin dhagaye maruu worri qaraxa guuranillee uduu hin hafin cuuphaa Yohaannisiitiin cuuphamanii Rabbiin ajaa'ibsiifatan.


Worra maayessaa keessaa worri dura ta'an, worra duraa keessaallee ka maayessa ta'u hin jira».


Worra isin jaalatu callaa yoo ka jaalattan ta'e, gatii maal qabdan? Worri Rabbitti hin bulle akkanuma godhaniimii ree?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite