Wongeela Luqaas 14:3 - WAADAA LAMMATAA3 Yesuus deebisee, «Guyyaa Sambata diqqa'aatiin nama fayyisuun eeyyamameera moo? hin eeyyamamne?» jedhee barsiisota Seeraatii fi Fariisota gaafate. Gade chapit laWaadaa Haarawa3 Yesus'llee barsiisota seeraatii fi Fariisotaan, «Guyyaa Sanbbataatiin fayyisuun seeraan eeyyamamee jira moo? yookiin hin eeyyamamnne?» jechu'uun, isaan ni gaafate. Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 Yesuus deebisee, «Guyyaa Sambataatiin nama fayyisuun eeyyamameera mo'o hin eeyyamamne?» jedhee barsiisota Seeraatii fi Fariisota gaafate. Gade chapit la |