Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 14:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Yesuus namicha isa waame saniin akkana jedheen, Laaqana yookaan hurbaataa yoo qopheessite maal laataa harka naa deebisan jettee jaalalloota, Ilmaan haadhaa tee, aantota dureeyyii ollaa keetii hin waamin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Yesus namicha afeerittichaan ammoo akkana isaan ni jedhe, «Afeerrii laaqanaa yookiin irbaata yeroo taasfttanitti harka isaanii deebisu'uuf koree isaaniitiin worra si afeeran waahellan kee, obboleeyyan kee, firoota kee, olloota kee dureeyyii'llee hin waamin,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Yesuus namicha isa waame saniin akkana jedhe, «Laaqana yookaan hurbaataa yoo qopheessite maal laataa harka naa deebisan jettee jaalalloota, Ilmaan haadhaa tee, aantota dureeyyii ollaa keetii hin waamin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 14:12
13 Referans Kwoze  

Worra isin jaalatu callaa yoo ka jaalattan ta'e, gatii maal qabdan? Worri Rabbitti hin bulle akkanuma godhaniimii ree?


Worra beelayanillee waan misha'aan isaan quubsee, dureeyyiillee harka duwwaa geegesse.


Akka Gooftaan arjummaa ufii isi'ii guddise dhagayanii ollaanii fi firoonni isi'ii isii woliin gammadan.


Ka ol uf qabu maruu hin salphata. Ka gadi uf qabu ammoo hin kabajjama.»


Haata'uu ammoo hennaa affeerraa goote hiyyeeyyii, naafa, worra hokkoluu fi balloota waami.


Isin ijoollee tiyya waan taataniif akkana isiniin jedha. Akkuma nu garaa keenna isinii banne, isinillee garaa keessan nuu banaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite