Wongeela Luqaas 14:1 - WAADAA LAMMATAA1 Guyyaa Sambataatiin, Yesuus hurbaataa nyaachu'uuf, gara mana bulchaa Fariisotaa keessaa gara mana nama tokkoo dhaqe; worri gaadu isa eega'aa turan. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Guyyaa Sanbbataatiin Yesus, itti gaafatamoota Fariisotaa keessaa gara mana tokkoo laaqana nyaachu'uuf ni aseene, Fariisonni garuu waan inni raawwatu laalu'uuf, ni eeggataniin ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Guyyaa Sambataatiin Yesuus hurbaataa nyaachu'uuf gara mana bulchaa Fariisotaa keessaa gara mana nama tokkoo hennaa dhaqe; worri isa gaadu ijaan eega'aa turan. Gade chapit la |