Wongeela Luqaas 13:7 - WAADAA LAMMATAA7 Innillee hojjataa ashaakiltii woyini'iitiin, ‹Muka hurbu'uu tana irraa sanyii fudhachu'uuf woggaa sadihiif deddeebi'aa ture. Haata'uu ammoo womaa irraa hin arganne. Muri, maaf lafa balleessitii?› jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Kanaaf hojjataa biqilttu'uu, ‹kunoo, mukattii harbbu'uu tana irraa firii argachu'uuf woggaa sadihii guutuu ni dedeebi'e, garuu firii woyiituu isi'ii irratti hin arganne, amma garuu muri! Waayee maali'iitiif lafa balleessiti?› jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Innillee hojjataa ashaakiltii woyini'iitiin, ‹Muka hurbu'uu tana irraa sanyii fudhachu'uuf woggaa sadihiif deddeebi'aa ture; haa ta'uu ammo womaa irraa hin arganne. Muri, maaf lafa balleessitii?› jedheen. Gade chapit la |