Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 13:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Innillee akkana jedhee mammaaka kanaan isaanitti dubbate. Nama ashaakiltii woyinii keessatti muka hurbu'uu dhaabate tokkotu jira. Sanyii irraa argadha jedhee laaluuf dhufe; garuu womaa irratti hin argine.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Kanaan duubatti Yesus fakkeenna kana isaanitti ni hime, «Naminni tokko bakka biqilttuu woyinni'ii keessatti ta dhaabamitte mukattii harbbu'uu takka ni qaba ture, mukattii harbbu'uu san irraa'llee firii ni arigadha jedhee yoo dhaqu, firii woyiituu uduu hin arigatin ni hafe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Kanaan maayessa Yesuus akkana jedhee mammaaka kanaan isaanitti dubbate, «Nama ashaakiltii woyini'ii keessatti muka hurbu'uu dhaabate tokkotu jira; Sanyii irraa argadha jedhee laalu'uuf dhufe; garuu womaa irratti hin argine.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 13:6
14 Referans Kwoze  

Anatu isin filate malee, isin na hin filanne, Aabballee waan maqaa kiyyaan kadhattan maraa akka isinii kennu, deemtanii daraaraa akka godhattan, daraaraan keessanillee akka jiraatuuf isin muude.


Daraaraan Ayyaanaa ammoo, jaalala, gammachuu, Nagaya, obsa, arjummaa, mishooma.


Kunillee akka eebbi baayi'atee isinii kuufamuuf malee, ani kennaa keessan barbaadeetii miti.


Amma dhagaraan muka jala jira. Kanaafuu munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee ibiddatti gatama» jedhe.


Ani isinitti hima akkasii miti, Haata'uu ammoo isinillee cubbuu keessan irraa deebitanii aagii yoo hin galle isin maruu akkasuma baddan» isiniin jedha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite