Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 13:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Namoota kudha saddeetii ka Saalihoomitti dalloofni dhaga'aa isaanitti jigee ajjeese sun namoota Yeruusaalemiin keessa jiraatan caalaa cubbamtoota isinitti fakkaataa?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Saaliihoom'tti kaabaan dhaga'aa isaanitti jigee ka du'an, waayee namoota kudha saddeetii maal yaaddan? Isaan namoota Yerusaalemiin jiraatan mara irraa caalaa cubbamoota waan turaniif, isinitti fakkaata ree?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Namoota kudha saddeetii ka Saalihoomitti dalloofni dhaga'aa isaanitti jigee ajjeese sun namoota Yerusaalemiin keessa jiraatan caalaa cubbamtoota isinitti fakkaataa?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 13:4
13 Referans Kwoze  

Innillee deebisee, «Namichi Yesuus jedhamu biyyee jiisee ija tiyya dibee, gara haroo Salihoomii dhaqiitii dhiqadhu naan jedhe. Anillee dhaqee dhiqadhee, arge» jedhe.


«Gara haroo Salihoomiititti dhaqiitii dhiqadhu» jedheen, «Salihoom» jechuun ka ergame jechu'u. Kanaaf dhaqee dhiqatee, arga'aa deebi'e.


Inni hennaa herreguu jalqabe, nama inni gatii Miliyoona hedduu irraa qabu tokko itti fidan.


Akkuma nu worra nu yakkuuf dhiifnu, yakka keenna nuu dhiisi.


Akkuma nu worra nu yakkaniif dhiifne, yakka keennallee nuu dhiisi. Hamaa jalaa nu baasi; ataabe'etti nu hin galchin.


Wa'a! Ani isinitti hima akkasii miti, Haata'uu ammoo, isin maruu cubbuu irraa deebitanii yoo aagii hin galle hin baddan.


Ani isinitti hima akkasii miti, Haata'uu ammoo isinillee cubbuu keessan irraa deebitanii aagii yoo hin galle isin maruu akkasuma baddan» isiniin jedha.


Worri gooba bisaaniin marfamte san irra jiraatan Aramaawota jedhaman, hennaa bofti harka isaa irratti rarra'e arganii, «Namni kun dhugamaan nama guma'aati; garba keessaallee yoo nagayaan bayellee, murtii Rabbii jalaa bayee jiraatuu hin dandeenne» woliin jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite