Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 13:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Wa'a! Ani isinitti hima akkasii miti, Haata'uu ammoo, isin maruu cubbuu irraa deebitanii yoo aagii hin galle hin baddan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 ‹Miti, gara Waaqaa deebi'uu yoo dhabaattan, isaan'llee akkuma isaanii ni baddan› isiniin jedha.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Wa'a! Ani isinitti hima akkasii miti; isin maruu cubbuu irraa deebitanii yoo aagii hin galle hin baddan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 13:3
16 Referans Kwoze  

Eeganaa Gooftaa biraa guyyaan jajjabeennaa akka isinii dhuftuuf, waan dura isinii file Kiristoos Yesuusiin akka isinii ergu akka cubbuun keessanillee isinii haqamu, aagii galaa'a deebi'aa'a.


Ani isinitti hima akkasii miti, Haata'uu ammoo isinillee cubbuu keessan irraa deebitanii aagii yoo hin galle isin maruu akkasuma baddan» isiniin jedha.


Achiin maayessa ayyaanni hamaan sun deemee jinnoota biraa ka isa caalaa hamaa ta'an torban qabatee deebi'ee itti gale. Haalli nama saniillee ka duraa caalaa badooma. Dhaloota hamaa kanniiniifillee akkasuma ta'a» jedhe.


Maqaa isaatiin cubbuu irraa deebi'uu fi araarri cubbuu Yeruusaaleemiin irraa jalqabee gumii maraa irratti hin lallabama jedhamee barreeffameera.


Mootiinillee lolee, loltoota ergee worra lubbuu namaa ajjeese sanniin fixe. Qachaa sanillee hin gube.


Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Namoota Galiila'aa kanniinitti wonti kun wonti isaan irra gayeef, namoota Galiilaa maraa caalaa cubbamoota waan ta'aniif isinitti fakkaataa?


Namoota kudha saddeetii ka Saalihoomitti dalloofni dhaga'aa isaanitti jigee ajjeese sun namoota Yeruusaalemiin keessa jiraatan caalaa cubbamtoota isinitti fakkaataa?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite