Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 13:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Raacitii dubartiin takka fuutee daakuu kooboo sadihiititti safartee haga bukaawutti wolitti matte fakkaatti» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Mootummaan Waaqaa, dubarttii takka ta miciqaa maraa akka isi'ii bukaayuuf, daakuu safarttuu sadihii keessatti shiishaa micixxe ni fakkaati.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Raacitii dubartiin takka fuutee daakuu kooboo sadihiititti safartee haga bukaawutti wolitti matte fakkaatti» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 13:21
13 Referans Kwoze  

Yesuus ammallee mammaaka biraa isaanitti mammaake, «Jeennanni sami'ii raacitii dubartiin takka fuutee daakuu ganaa sadihiitiin wolitti mattee ta daakuu san maraa bukeessitu fakkaatti» jedhe.


Uf jajuun keessan misha'aa miti, raacitiin diqqoon bukoo maraa akka bukeessu hin beettanii?


Kanaafuu battummaa maraaf hammeenna baayi'ee uf keessaa balleessa'aatii ka keessa keessaniitti dhaabamee lubbuu keessan fayyisuu danda'u, dubbii Rabbii fayyaalumma'aan fudhadhaa'a.


Ka isiniin hujii mishaa jalqabe, haga guyyaa Yesuus Kiristoos deebi'ee dhufutti akka raawwatu kana waan hubadheeruuf.


Damee daraaraa hin baafne ka na irra jiru maraa Abbaan kiyya kutee gata; ka daraaru maraa guddisee akka daraaru hin tottolcha.


Ka bisaan Ani kennu irraa dhugu maruu ammoo baraa haga bara baraatitti hin dheebotu. Bisaan Ani kennu isa keessatti burqaa jireennaa ka bara baraan isa keessaa burqu ta'a» isi'iin jedhe.


Yesuus ammallee akkana jedhee gaafate, «Jeennata Rabbii maaliin wol fakkeessa?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite