Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 13:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Innillee harka ufii isii irra kaayee, isiinillee yomasan ol jettee qajeeltee dhaabattee Rabbiin galateefatte.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Harka isaa isii irra ni kaaye, bakkumatti qajeelttee ni dhaabatte, Waaqa'llee ni galateeffatte.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Innillee harka ufii isii irra kaayee, isiinillee yoma san ol jettee qajeeltee dhaabattee Rabbiin galatoonfatte.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 13:13
13 Referans Kwoze  

Bofa yoo harkaan qaban, yookiin yoo waan nama ajjeesullee dhugaan isaan hin miidhu; harka ufiillee worra dhibamtoota irra yoo kaayan isaan hin fayyan» isaaniin jedhe.


«Mucattiin tiyya diqqoon dhibamtee afaan du'aa jala waan jirtuuf, akka fayyitee lubbu'uun jiraattu, koottuu harka kee isii irra kaayi» jedhee jabeessee kadhate.


Yesuus ammallee harka ufii ija namichaa irra kaaye. Hennaa san namichi guuttatee laale. Ijji isaa fayyitee waa maraa midhaassee arge.


Inni achitti dhukkubsattoota hagoo irra harka ufii kaayee fayyise malee, baasa biraa achitti hujuu hin dandeenne.


Hennaa aduun dhiite dhukkubsattoota dhibee adda addaatiin qabaman maraa gara isaa fidan. Innillee tokko tokko isaanii harka ufii isaan irra kaayee isaan fayyise.


Hannaaniyaanillee deemee mana isaa seenee harka ufii irra kaayee, «Obboleessa kiyya Saa'ool, Gooftaan ka karaa ati deemtutti sitti mudhate Yesuus, akka ati argituu fi akkasuma Ayyaana Woyyu'uun akka si guutuuf na erge» jedhe.


Ijji isaallee yoosuu argitee, Innillee Rabbiin galateeffata'aa Yesuusiin faanaa deeme. Gumiin sun maruu haga waan kana argan Rabbiin galateeffatan.


Baniin haga kana argan maalalanii, Rabbii baallii akkanaa namaa kenne ulfeeffatan.


Yesuusillee hennaa isii arge gara ufii isii waamee, «Dubartii nana, ati dhibee kee irraa fayyiteerta» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite