Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 13:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Hennaa san dubartiin woggaa kudha saddeetiif ayyaana hama'aan qabamtee ta duddi isi'ii gad goge takkatu achi ture. Isiinillee waan gadi goddeef ol qajeeltee deemuu hin dandeettu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 achiin duubatti'llee woggaa kudha saddeetii jala qabee hafuurri battiin dudda isi'ii ka gopheesseen dubarttii takkatu jira ture, isiin'llee hiin isi'ii gophuu isaatiin, ol jedhu'uuf gonkumaa hin dandeettu turtte.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Hennaa san dubartiin woggaa kudha saddeetiif ayyaana hama'aan qabamtee ta duddi isi'ii gad goge takkatu achi ture. Isiinillee waan gad goddeef ol qajeeltee deemuu hin dandeettu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 13:11
20 Referans Kwoze  

Kudha lamaanillee isa woliin turan; worra dhibee irraa fayyan keessaa dubartoonni gari gariin worra ayyaana hama'aa fi dhukkuba irraa fayyan keessaa Maariyaamii magidalaa ta jedhamtu ta seexanni torbaa keessaa baye,


Intalti tun Fiixaa Abrahaamii taatee woggaa kudha saddeetiif ta jinniin hidhe guyyaa Sambataatiin hidhaa kana keessaa hiikkamuun isii hin barbaachisuu ree?» jedheen.


Hennaa yabala irraa bu'an namichi jinniin dhaye tokko qachaa sanii bayee isatti dhufe. Namichi sun bara hedduuf uffata uduu hin uffannee fi manatti uduu hin galle, awwaala jidduu jiraata'aa ture.


Namni maalaleen fayyinnaa ta'eef kun nama woggaa afurtamaa oliiti.


Woggaa kudha lamaa irraa jalqabee dubartii dhiinni isi'ii jigu takkatu ture. Waan qabdu maraa worra qorsa isi'ii kennutti fixattee ta eennullee isii fayyisuu hin dandeenne takkatu achi ture.


Yesuus, «Haga yoomiitii as akkana godhuu jalqabe?» jedhee abbaa muca'aa gaafate. Abbaan muca'aallee, «Ijjoollummaa irraa jalqabeeti» jedhee deebiseef.


Worra mana woyyuu seenan irraa waa kadhatu'uuf, nama namoonni baadhatanii gara balbala mana woyyuu ka maqaan isaa «Midhaagaa» jedhamuu fidanii guyya guyya'aan achi kaayan tokkotu ture. Innillee urga dhalate irraa jalqabee nafti isaa naafa.


Yesuusillee manniin sagada Yihuudotaa keessatti barsiisa'aa, Oduu Nagayaa waan jeennata Rabbii lallaba'aa, dhibe'ee fi dhukkuba adda addaa maraa irraa banii fayyisa'aa Galiilaa maraa keessa deddeeme.


Yesuusillee hennaa isii arge gara ufii isii waamee, «Dubartii nana, ati dhibee kee irraa fayyiteerta» jedheen.


Hennaa wonti kun ta'u jalqabu sababaa fayyinni keessan dhiyaateeruuf, ka'aa dhaabbadha'aatii mataa keessan ol qabadhaa'a» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite