Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 12:8 - WAADAA LAMMATAA

8 «Ani akkana isiniin jedha, ka nama afo'otti ragaa naa bayu maraafuu, Ilmi namaallee maleekkota Rabbii afo'otti ragaa bayaaf.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Uduu hin saalifatin nama duranatti ka ragaa naa bayuuf, ani'llee ammoo maleyikkoota Waaqaa duranatti, ragaa ni bayaaf isiniin jedha.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 «Ani akkana isiniin jedha, ka nama afo'otti ragaa naa bayu maraafuu, Ilmi namaallee maleekkota Rabbii afo'otti ragaa bayaaf.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 12:8
13 Referans Kwoze  

Ka ilma Rabbii ganu maruu Aabbaan hin qabu. Ka ilma Rabbii heddatu Aabbaallee hin qaba.


Yoo obsinee jabaanee dhaabanne, akkasuma isa woliin moona. Yoo isa waakkanne, akkasuma, innillee nu waakkata.


Akkasuma cubbamaa aagii galu tokkoof sami'itti maleekkonni Rabbii hin gammadan.»


«Hulee teessoon mootummaan seexanaa jiru akka jirtu ani hin beeka. Maqaa kiyyaallee hin eedda bara Antiphaas amanamaan ragaa kiyyaa isin biratti ajjeefame ati amantaa narraa qabdu hin waakkanne.


Rakkinna sirra gayu'uuf ta'u hin sodaatin. Daabiloos isin qoru'uuf jedhee isin keessaa namoota gari garii mana hidha'aatitti isin galchu'uuf ta'a. Guyyaa kudhaniif hin rakkattan ati ammoo haga du'aatitti amanamaa ta'i. Badhaasa jireennaallee sii kennaa.


Yesuus deebisee, «Jeedalti boolla qabdi; simbirtillee mana qabdi; Ilmi namaa ammoo hulee mataa ufii itti irkifatu hin qabu» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite