Wongeela Luqaas 12:3 - WAADAA LAMMATAA3 Kanaaf ka dukkana keessatti dubbattan maruu, ifatti dhagayama, ka gola keessatti gurratti hasaaftan raasaa irratti lallabama. Gade chapit laWaadaa Haarawa3 Kanaaf ka dukkanatti dubbatan marrinuu ifatti haa dhagayamu, mana cufamaa keessatti gurratti hasaassi'iin ka dubbattan'llee, mana wol irroo keessatti ifaan ni dubbatama.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 Kanaafuu ka dukkana keessatti dubbattan maruu ifatti dhagayama, ka gola keessatti gurratti hasaaftan raasaa irratti lallabama. Gade chapit la |