Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 12:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Haata'uu ammoo wonti golgame uduu hin mudhanne, ka dhokate uduu hin beekkamne hafu hin jiru.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Wonitti haguugame irraa mulqamin isaa hin hafu, wonitti bade'llee uduu hin beekkamin hin hafu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Haa ta'uu ammo wonti golgame uduu hin mudhanne; wonti dhokatellee uduu hin beekkamne hafu hin jiru.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 12:2
10 Referans Kwoze  

Wonti dhokate mudhatuun, wonti golgame ifatti bawuun isaa hin hafu.


Wonti dhokate uduu hin mudhanne, yookiin wonti golgame uduu hin beekkamneef uduu ifatti hin baane ka hafu tokkollee hin jiru.


Namni martinuu nafa ufii irratti waan mishaa ta'e, waan hamaa hojjatee, akkuma hujii ufiitiin waan gatii argatuuf nu maruu teessoo murtii Kiristoosii afoo dhaabanna.


Kanaafuu ka dukkana keessatti dhokate akkasuma gara ifaa ka baasu ka gorsa onne'eellee ibsu Gooftaan haga dhufuutti hennaan uduu hin geenne waan tokkollee hin murteessinaa'a. Hennaa san isaan maraafuu galanni Rabbiin biraa ta'a.


Kunillee Rabbi karaa Yesuus Kiristoosiitiin akka ani Oduu Nagayaa barsiise guyyaa gaafa Rabbi waan nama biratti dhokatetti murteessu ta'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite