Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 12:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Achiin maayessa Yesuus isaanitti mammaakee, «Qonni namicha dureessa tokkoo sanyiin isaa guddisee toleef.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Kanaan duubatti Yesus fakkeenna kana akkana jechu'uun isaanitti ni hime, «Qonni isaa callaa baayi'ee ka isaa arigamisiiseef namicha dureessa tokkotu jira ture,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Achiin maayessa Yesuus isaanitti mammaakee, «Qonni namicha dureessa tokkoo sanyiin isaa guddisee toleef.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 12:16
13 Referans Kwoze  

Hujii mishaa hojjata'aa samii irraa Roobni roobee ji'a daraaraan daraaru nuu kennee, garaa keenna nyaataa fi gammachu'uun guute; kanniin maraan akka Rabbiin ta'e mudhise.»


Sanyiin kuun lafa mishaa irra bu'e, gariin dhibba, gariin jahaatama, gariin gumaa soddoma daraare.


«Jireenni namaa guddinna qabeennaatiin waan hin taaneef, uf eegadhaa'a, dhara maraa irraa uf eegaa'a» isaaniin jedhe.


Inni ‹Midhaan kiyya bakka itti galfadhu dhabeeraa maal godhuu?› jedhee garaa ufii keessatti yaade.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite