Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 12:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Hennaa gara mana sagada Yihuudotaa, gara ajajootaa fi bulchootaa isin harkisan, attamitti yookiin maal akka deebiftaniif hin yaadinaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 «Namoonni gara bakka wolgayi'ii isaanii isin fidu'uuf, worra bittootaa fi bulchitootaa duranatti'llee murti'iif yoo isin dhiyeessan, ‹maal deebifinna? Attamitti'llee dubbanna?› jettanii, hin sarddaminaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Hennaa gara mana sagada Yihuudotaa, gara ajajootaa fi bulchootaa isin harkisan, attamitti yookaan maal akka deebiftaniif hin yaadinaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 12:11
14 Referans Kwoze  

Darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Jireenna keessaniif maal nyaanna yookiin nafa keessanitti maal uffanna jettanii hin yaadinaa'a.


Kanaafuu Raattotaa fi ogeeyyii barsiisota Seera Muuse'eellee gara keessan erga. Isin isaan keessaa garii hin ajjeeftan, kaan hin fanniftan, worra kaawwanillee mana Yihuudonni wolitti qabaman keessatti dhaantanii qachaa irraa gara qacha'aa ariitan.


«Kanaaf akkana isiniin jedha, jiruu teessaniif maal nyaanna yookiin maal dhunna, yookiin nafa keessaniif, maal uffanna jettanii hin yaaddayinaa'a! Jiruun nyaata, nafti uffata hin caaluu?


Isin keessaa namni yaaddayee hojjaa ufii irratti ciqilee takkattii eda'uu danda'u eennu?


Waan uffataatiif maaf yaaddoftan? Abaaboon raasaa keessaa attamitti akka guddatan qalbi'iin laalaa'a, isaan hin hojjatan, hin dadhaban, jirbiillee hin fooyan.


«Maarre, ‹Maal nyaanna?› yookiin ‹Maal dhunna?› yookiin ‹Maal uffanna?› jedha'aa hin yaaddayinaa'a;


Kanaafuu waan boruutiif hin yaaddayinaa'a; guyyaan boruu ufiifuu yaada isa gawu qabaa; rakkinni adhaa adhaaf hin gaya.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite