Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 12:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Hennaa san namoonni waan heddu ta'aniif, gumiin heddu haga wol irra ijjatutti wol gayanii uduu jiran, darasoota ufiitiin akkana jechuu jalqabe, Duraan dursa'atii raacitii Fariisotaa, jechuun uftuulummaa isaanii irraa uf eegaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Yeroo sanitti namoonni kuma baayi'e'etti lakkaayaman wol ni gayan, baayi'inna isaanii irraa'llee ka ka'een ufii isaaniitii wol hacuuca'aa wol dhidhiitan ture, Yesus'llee durssee barattoota isaatiin akkana jechuu jala ni qabe, «Shiishaa worra Farisotaa jechu'uun'llee, fakkeessitummaa isaanii irraa ufi eeggadhaa jechu'u.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Hennaa san namoonni kuma heddutti laakkayaman haga wol irra dhaabatanitti uduu wol gayanii jiran Yesuus darasoota ufiitiin akkana jechuu jalqabe, «Duraan dursa'aatii raacitii Fariisotaa, jechuun uf tuulummaa isaanii irraa uf eegaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 12:1
18 Referans Kwoze  

Eegasuu hammeenna, dhara, uf jajuu, hinaaffa'aa fi hamii mara uf keessaa balleessa'aatii,


Ogummaan Rabbiin irraa ammoo woyyitti'i, araaramtu'u. Gara-laafettii ta maarre jettu, ta araaraa fi daraaraa misha'aan guuttamte, ta mami'ii fi ta uf tuuluulee hin qabne.


Isin fakkeessitoota akkaataa qilleensa lafaatii fi sami'ii laaltanii beettan. Haata'uu ammoo maali'iif hiikkaa bara kanaa himuu dadhabdani ree?»


Ani waan fudhadhe waan maraa dura dabarsee isinii kenne, akkuma kitaabni jedhu; Kiristoos waan cubbuu keennaatiif du'ee awwaalame;


Isaanillee hennaa dhagayan Rabbiin galatoonfatanii akkana isaan jedhan; Obboleessa keenna, Yihuudota jiddu'utti amananiiran ka laakkofsa hin qabne, meeqa akka ta'an arga'aartaa isaan maruu worra seeraaf hinaafan.


Isin fakkeessitoota barsiisota Seera Muuse'eetii fi Fariisonni, awwaala soodduu hin qabne ka namoonni uduu hin beekin irra deeman waan fakkaattaniif isinii aanne'e!»


Isaan woliin bu'ee bakka raasaa wotaraa dhaabate. Worra gosa darasoota isaa keessaallee banii heddutu ture. Akkasuma isa dhagayu'uuf dhibee isaanii irraa fayyu'uuf jedhanii biyya Yihuudaa maraa, Yeruusaaleemii, Xiroosii, Siidoonaa daangaa galaanaatii worri dhufe namoota heddutu ture.


Oduun ammoo guddisee dhagayame, baniin heddu isa dhagayu'uuf dhibee isaanii irraallee fayyu'uuf isa biratti wolgaya'aa turan.


Baniinillee dubbii Rabbii dhagayu'uuf wol dhiibaa uduu jiran inni qaccee galaana Geensaareexii dhaabatee ture.


Haata'uu ammoo gara gaara Tsiyooniitii fi gara ganda Rabbii jiraata'aa bira geettaniirtan. Gara Yeruusaalemii, gara worra sami'itti gammachu'uun wolgayaniiranii, gara Maleekkoota laakkoofsaa olii,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite