Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 11:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Hiriyyaan isaa sun deebisee, ‹Amma balbala cufadheera na hin rakkisin ijjoolleen tiyyallee na woliin rafteerti ka'ee sii kennuu hin danda'u› jedhaanii?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 «Eegaa waahelli isaa sun mana keessaan ta'ee, ‹yabo'oo ana hin rakkisin! Balballi cufamee jira, ijoolleen tiyya'llee anaan woliin siree irra rafanii jiran, kanaaf ka'ee buddeena barbaadde si kennu'uuf hin danda'u› jedhaanii ree?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Hiriyyaan isaa sun deebisee, ‹Amma balbala cufadheeraa na hin rakkisin ijoolleen tiyyallee na woliin rafteerti ka'ee sii kennuu hin danda'u› jedhaanii?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 11:7
7 Referans Kwoze  

Abbaan mana sanii balbala haga cufeen maayessa isin diida dhaabattanii, ‹Gooftaa Gooftaa nuu bani›! jedha'aa balbala dhayaa kadhattan. Inni garuu deebisee, ‹Eessaa akka dhuftan isin hin beeku› isaaniin jedha.


Ani gadaannisa Yesuusii nafa kiyya irraa waan qabuuf, ammaa achi wonti tokkollee na hin dadhabsiisu.


Yesuusillee isaan woliin deeme. Hennaa gara mana isaa dhiyaate ajajaan dhibbaa loltoota jaalalloo ufii gara isa ergee akkana jedheen, «Gooftaa'a, ati mana kiyya seenuun waan siin hin malleef hin dadhabiin.


Hennaa isaan bitatu'uuf deeman, Idaayyaan hin dhufe; durbi qophoofteertu sunniin isa woliin gara mana cidhaa haga seenan, balbalti hin cufame.


Hiriyyaan kiyya tokko imala deema'aa natti gore, ani waan isaa kennu dhabe› yoo jedhe,


Ani akkana isiniin jedha, jaalalloo waan ta'eef hennaa san ka'ee kennuufii yoo baatellee waan kadhatee dhiisuu dideef ka'ee waan inni barbaadu maraa kennaaf» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite