Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 11:51 - WAADAA LAMMATAA

51 Kana jechuun, dhiiga Abeelii irraa jalqabee haga dhiiga Zakkaariyaasii ka hulee ciinca'aatii fi mana woyyuu wodhakka'atti ajjeefame saniifillee hin gaafataman. Ee Ani isiniin jedha, dhaloonni kun maruu hin gaafatama.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

51 Dhugamaanuu isinitti hima, Abeeliin irraa jala qabee furddaa fi Mana Waaqeffanna'aa jiddu'utti haga ka ajjeefame haga Zakaariyaasii titti, waayee dhiiga jigeetiif dhaloonni kun murti'iin itti ni gaafatama.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

51 Kana jechuun, dhiiga Aabeelii irraa jalqabee haga dhiiga Zakkaariyaasii ka hulee ciinca'aatii fi mana woyyuu wodhakka'atti ajjeefame saniifillee hin gaafataman. Ee; Ani isiniin jedha, dhaloonni kun maruu hin gaafatama.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 11:51
9 Referans Kwoze  

Abeel ciincaa ciincaa Qaa'elii caalu amanta'aan Rabbii dhiyeesse, akka kanaan Rabbi ciincaa Abeelii gammachu'uun hennaa fudhate, Abeel amanta'aan qajeelaa akka ta'e ragameef. Haga du'eellee ciincaan isaa haga ammaa dubbata.


Dhiiga Aabeelii nama qajeela'aa irraa jalqabee haga dhiiga Zakkaariyaasii ilma Baraakiyuu isa isin mana woyyu'uu mi'a kenna'aa irratti ajjeeftan, dhiiga qajeellotaa ka lafatti jige maraafuu hin gaafatamtan.


Ta akka hammeennaan Qaayel obboleessa ufii ajjeeseetii miti. Maaf ajjeese? waan hujiin isaa hamaa ta'eef, ka obboleessa isaa ammoo waan qajeelaa ta'eef.


gara Yesuusii jiddu galeessa waadaa haarawaa, gara dhiiga facaafamuu ka dhiiga Abeelii caalaa dubbatuu danda'uu bira geettaniirtan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite