Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 11:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Inni akkana isaaniin jedhe, «Isin keessaa namni hiriyyaa qabu tokko, halkan wodhakkaa gara hiriyyaa ufii san dhaqee, ‹Jaalalloo kiyya mee buddeena sadihii naa liqeessi,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Itti aansee'llee Yesus barattoota isaatiin akkana ni jedhe, «Fakkeennaaf isin keessaa tokko waahela qabaatee, waahelli isaa sun halkan qixxe'een garas gara mana waahela isaa dhaqee, ‹yaa waahela kiyya, yabo'oo buddeena sadihii naa liqeessi,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Inni akkana isaaniin jedhe, «Isin keessaa namni hiriyyaa qabu tokko halkan wodhakkaa gara hiriyyaa ufii san dhaqee, ‹Jaalalloo kiyya mee buddeena sadihii naa liqeessi,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 11:5
3 Referans Kwoze  

Akkuma nu worra nu yakkaniif dhiifne, yakka keennallee nuu dhiisi. Hamaa jalaa nu baasi; ataabe'etti nu hin galchin.


Hiriyyaan kiyya tokko imala deema'aa natti gore, ani waan isaa kennu dhabe› yoo jedhe,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite