Wongeela Luqaas 11:4 - WAADAA LAMMATAA4 Akkuma nu worra nu yakkaniif dhiifne, yakka keennallee nuu dhiisi. Hamaa jalaa nu baasi; ataabe'etti nu hin galchin. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 Akkuma nu worra nu miidhaniif dhiifama taasfinnu, balleesaa keenna nuuf dhiis. Gara qormaataatti'llee nu hin galchin› [hamaa jaalaa nu baasi malee.]» Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Akkuma nu worra nu yakkaniif dhiifne, yakka keennallee nuu dhiisi. [Hamaa jalaa nu baasi]› ataabe'etti nu hin galchin.» Gade chapit la |