Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 11:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Namni jabaan sibiilaa fi wontee qabatee, dallawwa ufii yoo eege qabeenni isaa hin tuqamu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 «Naminni jabaan tokko meeshaa woraanaa qabatee mana isaa ka eeggatu yoo ta'e, qabeenni isaa akka ta'utti ni eegamaaf.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Namni jabaan sibiilaa fi wontee qabatee, dallawa ufii yoo eege qabeenni isaa hin tuqamu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 11:21
5 Referans Kwoze  

Eennullee duraan dursee nama jabaa uduu hin hiine, mana nama jabaa sanii seenee mi'a isaa saamuu hin danda'u; Yoo hidheen maayii mana isaa san seenee saamuu danda'a.


«Yookiin namni tokko duraan dursee uduu namicha jabaa hin hiine, gara mana namicha jabaa sanii seenee mi'a isaa saamuu attamitti danda'a? Haga namicha san hidheen maayessa mana isaa saamuu danda'a.


Ani ammoo hunna Rabbiitiin yoo ka jinnii baasu ta'e, eegasuu jeennanni Rabbii gara keessan dhufteerti.


Ka isa caalu dhufee yoo isa injifate ammoo waan inni itti amanatee ture wonte'ee fi woraana irraa fudhata, qabeenna isaallee irraa fudhata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite