Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 11:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Kuuwwanillee isa ataabu'uuf samii irraa malkata akka isaanitti mudhisuu soqa'a turan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Kunniin ammoo isa qormmaatu'uuniif barbaadanii, sami'ii malikata tokko akka isaanitti muldhisuuf ni gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Kuuwwanillee isa ataabu'uuf samii irraa malkata akka isaanitti mudhisuu soqa'aa turan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 11:16
7 Referans Kwoze  

Eeganaa, «Arginee akka amannuuf maalaleeni ati gootu maali'i? Maal hojjattalle'e?


Hennaa kamiinuu Yihuudonni, malkata arguu fedhan; worri Giriikotaallee ogummaa barbaadan.


Hennaa gumiin hedduu wolitti qabame Yesuus akkana isaaniin jechuu jalqabe, Dhaloonni kun dhaloota hama'a, isaan malkata gaafatan, malkata raatticha Yoonaasii malee, malkanni biraa hin kennamuuf.


Isaanillee waan isa ittiin himatan argatu'uuf isa qoru'uuf kana jedhan. Yesuus ammoo gad jedhee quba ufiitiin lafa irratti barreesse.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite