Wongeela Luqaas 11:1 - WAADAA LAMMATAA1 Yesuus hulee takkatti faateffata'aa tureeti, Hennaa faatee fixe, darasoota keessaa tokko, «Gooftaa keenna! Yohaannis darasoota ufii akka barsiise akka faateffannu nu barsiisi» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Guyyaa tokko Yesus bakka tokkotti ni kadhataa ture, kadhannaan isaa'llee yeroo xumuretti barattoota isaa keessaa tokko, «Yaa Gooftaa! Yohaannis barattoota isaa kadhannaa akkuma barsiisee, ati'llee akka itti kadhannu nu barsiis!» jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Gaaf tokko Yesuus hulee tokkotti faateffata'aa ture; Hennaa faatee fixe darasoota keessaa tokko, «Gooftaa keenna! Akka Yohaannis darasoota ufii barsiise akka Rabbiin kadhannu nu barsiisi» jedheen. Gade chapit la |