Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 10:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Qachaa dhaxxan marattuu yoo isin simatan, waan isaan isinii dhiyeessan nyaadhaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Gara magaalaa kamiituu yoo aseentanii fi namoonni'llee yoo ufitti isin fudhatan, waanuma isiniif dhiyeessan nyaadhaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Qachaa dhaxxan marattuu yoo isin simatan waan isaan isinii dhiyeessan nyaadhaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 10:8
6 Referans Kwoze  

Worra hin amanne keessaa tokkollee yoo isin waame dhaquu yoo barbaaddan yaada keessaniin uduu hin shakkine waan isinii dhiyeessan maraa nyaadhaa'a.


Ka isin simatu na simata. Nallee ka simatu ka na erge simata.


Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, namni nama ani erge simatu, na simata, ka na simatu ka na erge simata.»


Haata'uu ammoo qachaa dhaxxan maratti yoo isin simachuu dhabaatan gara baada'aa baya'aatii,


«Eennullee ka daa'ima kana maqaa kiyyaan simatu na simata. Ka na simatu maruu ka na erge simata. Ka isin maraa irraa gadi aanu inni sun maraa caala» isaaniin jedhe.


Akkasuma ammoo Oduu Nagayaa worri himan waan ittiin jiraatan hujii kana irraa akka argatan Gooftaan seera kaayeera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite