Wongeela Luqaas 10:7 - WAADAA LAMMATAA7 Hojjataa tokkoo mindaan waan barbaachisuuf waan isaan isinii kennan maraa nyaata'aa dhuga'aa manuma san keessa taa'aa'a malee, mana tokkoo gara mana biraa hin deeminaa'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Hojjata'aaf mindaan ni mala, kanaaf mana aseenttanitti waanuma isiniif dhiyeessan nyaata'aatii fi dhuga'aa turaa, manaa gara mana bira'aa'llee hin deeminaa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Hojjataa tokkoo waan mindaan barbaachisuuf waan isaan isinii kennan maraa nyaata'aa dhuga'aa manuma san keessa taa'aa'a malee, mana tokkoo gara mana biraa hin deeminaa'a. Gade chapit la |