Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 10:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Hennaa mana tokko seentan duraan dursa'aatii, ‹Nageenni mana kanaaf haata'u› jedhaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Mana aseentan marattuu durssa'aatii, nageenni mana kanaaf haa ta'u jedhaa,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Hennaa mana tokko seentan duraan dursa'aatii, ‹Nageenni mana kanaaf haa ta'u› jedhaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 10:5
9 Referans Kwoze  

Dhufeeti isin worra Rabbiin irraa fagaattanii turtaniif nagaya, worra gara Rabbii dhiyattanii jirtaniifillee nagaya gammachuu jedhee lallabe.


Yesuus ammoo, «Innillee ilma Abrahaamii waan ta'eef, adha mana kanaaf fayyinni ta'eera.


Yesuus Kiristoos Gooftaa maraa ta'een nagaya isaa lallaba'aa dubbii kana gara ijoollee Israa'elii erge.


Korojoo, qaraciitii, kopheellee hin qabatinaa'a; eennuunillee kara'atti nagaya hin gaafatinaa'a.


Namni nagaya keessan fudhatu yoo achi jiraate, nageenni keessan nama saaniif ta'a. Yoo fudhachuu baatan ammoo nageenni keessan isinii deebi'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite