Wongeela Luqaas 10:4 - WAADAA LAMMATAA4 Korojoo, qaraciitii, kopheellee hin qabatinaa'a; eennuunillee kara'atti nagaya hin gaafatinaa'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 karaa keessaniif'llee womaayyuu hin qabatinaa, korojoo qarshii'llee yoo ta'e, qaraciitii'llee yoo ta'e, kophee'llee yoo ta'e hin qabatinaa, namaan woliin nagaya wol gaafachu'uun karaa irra dhaabatanii, yeroo hin balleesinaa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Korojoo, qaraciitii, kopheellee hin qabatinaa'a; eennuunillee kara'atti nagaya hin gaafatinaa'a. Gade chapit la |