Wongeela Luqaas 10:21 - WAADAA LAMMATAA21 Hennaa san Yesuus gammachuu Ayyaana Woyyu'uutiin guuttamee, Abbaa Gooftaa ardi'ii fi sami'ii kana ogeeyyi'ii fi beettota jalaa dhossitee daa'immaniif waan ibsiteef si galateeffadha. Ee Abbaa fedhiin kee afoo keetitti akkana waan ta'eef. Gade chapit laWaadaa Haarawa21 Yeroo sanitti Yesus Hafuura Qulqullicha isaatiin gammadee akkana ni jedhe, «Gooftaa sami'ii fi arddi'ii yaa Abbaa! Waan kana ogeessotaa fi beekitotaa jalaa dhossitee, worra hin baratinii waan ibisiteef si galateeffadha, ee yaa Abbaa, kana raawwachu'uuf fedhii kee mishaan ta'ee jira. Gade chapit laKitaaba Woyyuu21 Hennaa san Yesuus gammachuu Ayyaana Woyyu'uutiin guuttamee akkana jedhe, «Abbaa! Gooftaa ardi'ii fi sami'ii! kana ogeeyyi'ii fi beettota jalaa dhossitee daa'immaniif waan ibsiteef si galatoonfadha. Ee! Abbaa! fedhiin kee afoo keetitti akkana waan ta'eef. Gade chapit la |