Wongeela Luqaas 10:13 - WAADAA LAMMATAA13 Kurraazi, sii aanne'e, Beetasayidaa, sii aanne'e maalaleen isin keessatti ta'e, Xiroosii fi Siidoona'atti uduu ta'ee jiraatee uffata gufufaa uffatanii daaraa irra taa'anii silaa duruu agii galan. Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Si uunsha'a Koraazii! Si uunsha'a Betsayidaa! Baasonni isin keessatti taasfaman, Xiiroosii fi Sidoona'atti taasfamanii uduu jiraataniitii, namoonni achi ni jiraatan turan uffata isaanii ka gaddaa uffataniitii fi daaraa irra ta'anii, duraanuu gara Waaqaa ni deebi'an turan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Kurraazii! si aanne'e! Beetasaayidaa si aanne'e! maalaleen isin keessatti ta'e uduu Xiroosii fi Siidoona'atti ta'ee jiraatee silaa uffata gufufaa uffatanii daaraa irra taa'anii duruu agii galan. Gade chapit la |