Wongeela Luqaas 10:11 - WAADAA LAMMATAA11 ‹Daaraa qachaa keessanii, luka keenna irraa hin dhadhayanna; haata'uu ammoo jeennanni Rabbii gara keessan akka dhiyaatte beekaa'a!› jedhaa'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa11 Kunoo, awwaaruma miila keenna irra jiru ka magaalaa keessanii'llee ni dhadhawanna, garuu Mootummaan Waaqaa gara keessan akka dhiyaate beekaa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 ‹Daaraa qachaa keessanii luka keenna irraa hin dhadhayanna; haa ta'uu ammo jeennanni Rabbii gara keessan akka dhiyaatte beekaa'a!› jedhaa'a. Gade chapit la |