Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:80 - WAADAA LAMMATAA

80 Daa'imnillee guddatee, Ayyaanaan jabaatee haga gaafa banii Isiraa'eliititti mudhatuuf lafa udume'ee keessa jiraate.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

80 Daai'mnni'llee guddate, hafuuran'llee ni jabaate, haga yeroo ummata Israa'eelii titti muldhatee titti'llee, gammoojjii ni jiraate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

80 Daa'imni guddatee, Ayyaanaan jabaatee haga gaafa banii Israa'eliititti mudhatuuf lafa udume'ee keessa jiraate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:80
11 Referans Kwoze  

Daa'imni guddatee jabaate; nama qaroo ta'e; badhaanni Rabbiillee isa irra jira.


Yesuus ogumma'aa fi hojja'aan gaachenaanillee Rabbii fi nama afo'otti guddate.


Bara san Yohaannisiin cuuphaan lafa gammoojjii biyya Yihuuda'aa keessatti, «Jeennanni sami'ii dhiyaatteerti cubbuu irraa deebi'aa!» jedhee lallaba'aa dhufe.


Anillee isa hin beeku, Sababaan ani bisaaniin cuupha'aa dhufeef ammoo, akka inni saba Isiraa'eliititti mudhatuuf.


Innillee afoo Goofta'aatitti waan nama guddaa ta'uuf, daadhii woyini'ii yookiin dhuddoo nama macheessu sirimaa hin dhugu, uduu garaa haadha isaa keessa jiru Ayyaana Woyyu'uun guuttama.


Darasoonni Yohaannisii cuupha'aa akkuma lixaniin, Yesuus akkana jedhee bani'itti waan Yohaannisii himuu jalqabe. Maal laalu'uuf gara lafa udume'ee baatan? Oyyaa Leemmanii ka bubbe'een socho'u laalu'uuf moo?


Yesuus inni Kiristoosiin akka ta'e kitaaba keessaa ibsa'aa, Yihuudota maraa afo'otti jabeessee isaan hubachiisa'aa ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite