Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Elsaabeex waan dhabduu taateef, finna hin qaban. Lamaan isaaniituu guddisanii jaaraniiran.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Elsaabex dhabidduu waan turtteef finna hin qaban ture, akkuma kana lamaanuu haalaan jaaranii jiran ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Elsaabeex waan dhabduu taateef finna hin qaban. Isaan lamaanuu guddisanii jaaraniiran.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:7
16 Referans Kwoze  

Ka abdii kenne amanamaa akka ta'etti waan laakkayeef, «Saaraan haga umuriin isi'iituu lufeen maayii fiixaa argatu'uuf amanta'aan hunna argate»


Inni waan jaarsa woggaa dhibbaa ta'eef, qaama isaa ka akka waan du'ee ta'eef hormaanni Saaraa akka du'e haga arge, amanta'aan uduu hin dadhabne,


Bara Heroodisi mootii biyya Yihuuda'aa ta'eeru, balbala Abiya'aa keessaa gadicha Zakkaariyaas jedhamu tokkotu jira. Haati manaa isaallee fiixaa ijoollee Aarooniiti. Maqaan isi'iillee Elsaabeex jedhama.


Isaan lamaanuu ajaja Goofta'aatii fi seera maraanuu mudaa malee jiraachu'uun Rabbiin afo'otti qajeellota turan.


Innillee hennaa kochoo isaatitti afoo Rabbiititti hennaa tajaajilu;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite