Wongeela Luqaas 1:6 - WAADAA LAMMATAA6 Isaan lamaanuu ajaja Goofta'aatii fi seera maraanuu mudaa malee jiraachu'uun Rabbiin afo'otti qajeellota turan. Gade chapit laWaadaa Haarawa6 Lamaanuu Waaqa duranatti qulqullaayota ni turan, ajajaa fi naamusa Goofta'aa'llee ashaa malee ni eeggan turan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Isaan lamaanuu ajaja Goofta'aatii fi seera maraanuu mudaa malee jiraachu'uun Rabbiin afo'otti qajeellota turan. Gade chapit la |