Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:59 - WAADAA LAMMATAA

59 Daa'ima gadoomsu'uuf guyyaa saddeetaffa'aatitti worri dhufan, daa'ima maqaa abbaa isaa Zakkaariyaasiin itti baasuu fedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

59 Daai'mnni dhalatee guyyaa saddeetaffaa titti, naamusa gadoomaa daa'imaa irratti argamu'uuf, olloonni isi'iitii fi firoonni isi'ii wol gayanii ni dhufan, maqaa abba'aatiin Zakaariyaas jedhanii isa waamu'uuf barbaadanii turan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

59 Worri daa'ima gadoomsu'uuf guyyaa saddeetesso'ootitti dhufan, daa'ima maqaa abbaa isaa Zakkaariyaasiin itti baasuu fedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:59
6 Referans Kwoze  

Ani ka guyyaa saddeetaffa'aatitti gadoome dhaloota Israa'elii keessaa gosa Biiniyaamii ka ta'e, Ibiroota keessaallee Ibiricha. Waan seeraa yoo na gaafattan ani nama gosa Faarisii ture.


Guyyaan saddeetaffaan geennaan, hennaan daa'ima gadoomsan gaye, akkuma haati isaa uduu hin ulfaayiniin duratti Maleekkaan maqaa isaa baase san «Yesuus» jedhaniin.


Waadaa sirna gadoomaallee hin keenneef. Akkasuma Yisaaqiin uumatee guyyaa saddeetaffa'aatitti gadoomse. Yisaaqi Yaaqoobiin, Yaaqoobillee abboota gosa kudha lamaa uumate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite