Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:57 - WAADAA LAMMATAA

57 Elsaabeex jiini isiin deettu geennaan, Ilma deette.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

57 Elsaabex yeroon dayiinssa isi'ii gayeeti, ilma dhiiraa ni deette.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

57 Elsaabeex jiini isiin deettu geennaan Ilma deette.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:57
7 Referans Kwoze  

Maleekkaan sunillee akkana jedheen, «Zakkaariyaas, kadhaan kee sii dhagayameera hin sodaatin! haati manaa tee Elsaabeex ilma dhiiraa sii deetti; maqaa isaallee Yohaannis jettee itti baafta.


Bara Heroodisi mootii biyya Yihuuda'aa ta'eeru, balbala Abiya'aa keessaa gadicha Zakkaariyaas jedhamu tokkotu jira. Haati manaa isaallee fiixaa ijoollee Aarooniiti. Maqaan isi'iillee Elsaabeex jedhama.


Maariyaamillee haga ji'a sadihii isii bira teettee, achiin maayessa gara mana ufii deebite.


Akka Gooftaan arjummaa ufii isi'ii guddise dhagayanii ollaanii fi firoonni isi'ii isii woliin gammadan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite