Wongeela Luqaas 1:54 - WAADAA LAMMATAA54-55 Akkuma inni abbootii teenna Abrahaamii fi fiixaa isaatiif dubbate araara ufii ka bara baraa san yaadachu'uun, hojjataa ufii Israa'eliin gargaareera» jette. Gade chapit laWaadaa Haarawa54 Abrahaamii fi fiixaa isaatii bara baraan, dhiifama isaaniif mulidhise yaadachu'uun, Tajaajilaa isaa Israa'eelii gargaareenii jira. Gade chapit laKitaaba Woyyuu54-55 Akkuma inni abbootii teenna Abrahaamii fi fiixaa isaatiif dubbate araara ufii ka bara baraa san yaadachu'uun, hojjataa ufii Israa'eliin gargaareera» jette. Gade chapit la |