Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:53 - WAADAA LAMMATAA

53 Worra beelayanillee waan misha'aan isaan quubsee, dureeyyiillee harka duwwaa geegesse.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

53 Worra beelayan waan misha'aan isaan quubssee jira, dureeyyii garuu harka duwwaa isaan geegessee jira.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

53 Worra beelayanillee waan misha'aan quubsee, dureeyyiillee harka duwwaa geegesse.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:53
21 Referans Kwoze  

«Isin worri amma beeloftan eebbifamtoota; waan quuftaniif! «Isin worri amma boottan eebbifamtoota; waan kolfitaniif!


Haata'uu ammo, «Isin worri amma dureeyyi'ii isin aanne'e; gatii keessan fudhattaniirtan.


«Worri qajeellummaa beelayanii fi dheebotan worra eebbifame; waan quufaniif.


Obboleeyyan tiyya! Waamamuu keessan laalaa'a, worri akka ogummaa namaa ogeessota ta'an hedduun, worri gurguddoota ta'an hedduu fi worri dureeyyii ta'an hin waamamne.


Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Xoroshoon jireennaa Ana; ka gara kiyya dhufu horomaa hin beelawu, kanatti amanu hennaa maraa horomaa hin dheebotu.


Amma quuftaniirtan, amma durreeyyii taataniirtan, nuun allatti mootii taataniirtan; nullee akkasuma isin woliin akka moonuuf uduu mootanii mishaa ta'a.


Akkuma inni abbootii teenna Abrahaamii fi fiixaa isaatiif dubbate araara ufii ka bara baraa san yaadachu'uun, hojjataa ufii Israa'eliin gargaareera» jette.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite