Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 1:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Bara Heroodisi mootii biyya Yihuuda'aa ta'eeru, balbala Abiya'aa keessaa gadicha Zakkaariyaas jedhamu tokkotu jira. Haati manaa isaallee fiixaa ijoollee Aarooniiti. Maqaan isi'iillee Elsaabeex jedhama.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Heerodis arddii Yihuda'aa titti nugusa yeroo turetti, kutaa qeesummaa Abiya'aatii ka ta'e, Zakaariyaas qeesicha jedhamutu jira ture. Inni'llee fiixaa Aroonii keessaa ka dhalattu haadha worraa, Elsaabex ta jedhamttu qaba ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Bara Heroodisi mootii biyya Yihuuda'aa ta'eeru, balbala Abiya'aa keessaa gadicha Zakkaariyaas jedhamu tokkotu jira. Haati manaa isaa fiixaa ijoollee Aarooniiti. Maqaan isi'ii Elsaabeex jedhama.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 1:5
7 Referans Kwoze  

Bara Heroodis mootii ta'eeru, qachaa Beetelihem Yihuuda'aa keessatti Yesuus dhalate. Achiin maayii ogeeyyiin Urjii qoran karaa baya adu'uutii gara Yeruusaalemii dhufan.


Maleekkaan sunillee akkana jedheen, «Zakkaariyaas, kadhaan kee sii dhagayameera hin sodaatin! haati manaa tee Elsaabeex ilma dhiiraa sii deetti; maqaa isaallee Yohaannis jettee itti baafta.


Achiin maayessa haati manaa isaa Elsaabeex ulfoofteetti, hennaa Gooftaan mudaa kiyya narraa kaasuuf jedhee namoota jiddu'utti na yaadatee akkana naa godheera jettee, ji'a shaniitiif uf dhossite.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite